شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhanna’aa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

التلبية

OWWAATINSA {ATTALABIYA}
Akkaatan { talbiya`aa tan nabi Mauhammad je`uu ture

 }لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك إن الحمد والنعمة لك والملك لا شريك لك {

 {Labbeykallaahumma, labbeyka, labeyka laa shariika laka labbeyka.  innal hgamda wannikgmata laka wal mulka laa shariika laka }

Eega talbiyaa tana je`anii, nabii keenya Muhammadirratti rahmata buusun akkaan barbaadama akkasuma , jannataafii jaalala Rabbii khadhatuun barbaadama akkasuma ibidda azaabarraa Rabbitti maganfatuun barbaadama eegasii lubbuu isaatifii nama jaalatu hundaaf du`aa`ii godha yookaa waan gaarii hunda Rabbi khadhata .hoggaa bakeen yookaa haalli yookaa zamanni jirjiirame mara talbiyaa heddommeysun akkaan barbaadama hoggaa hiraabatis hoggaa salaatarraa bayanis masjida harama keessatti ammallee masjida kheeyfii kan minaa keessatti ammallee masjida ibraahim kana arafaa biraa keessatti inni masjida namiraati je`ama ammaa,bakka dubbanne san keessatti talbiyaa godhu`uutin bakka birarra akkaan barbaadama waan isiin bakka hajjiin keessatti godhamtu taatef haa tayuu akasuma bakka biraatifii waytii biraa talbiyaa godhuun barbaadama yoo xawaaful quduumifii sa`yii keessatti taate malee isaan waan biraa kan keessatti je`an qabanii silaa xawaafa arafaa boodaa keessatti talbiyaan hin je`amtu waytiin talbiya`aa baatee

Dhiirti hoggaa talbiyaa jettu qooqa ol fuuti hanga if hin miine takkatti ammoo salaata alannabii ,talbiyaa booda je`u keessatti talbiya`arra qooqa gad godha

Dhalaan hoggaa talbiyaa godhu takkaayuu je`u qooqa ol hin fuudhu qooqa ol fuudhun isi`ii ni jibbamaa. tanaaf jecha hanguma if dhageessiftu takka , ol fuuti

Talbiyaa hogguma itti seene mara hoggaa sadii wal faana je`uun ni barbaadama isaa talbiya`atti jiru yoo namni irratti salaammate, irratti deebisa haa tayuu haala kanatti isarratti salaamatuun ni jibbama

Yoo waan isa dinqu yookaa ajabu arge wanni je`u

}اللهم إن العيش عيش الآخرة{

{Allaahumma innal kgaysha kgayshulaakhiraa } jechu`uu

waytii talbiya`aa

waytiin talbiya`aa hoggaa hidhatanirraa qabdee hanga hajji`irraa hiikkatu`utti seenanitti deemti .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com